Skip to main content
/ SeattleChannel.org / Explore Videos / Public Affairs Videos

Public Affairs Videos

Democracy Vouchers - Oromo
Democracy Vouchers Public Service Announcement - Oromo
8/7/20171:37

Xalayaa beeksisa tajaajila hawaasaa -

Voocharoota Dimookraasii (Democracy Vouchers) kee argatee? Yoo ta'uu baate, ammallee iyyachuu danddeessa!

Magaalli Siyaatil (City of Seattle) jiraattota ga'umsa qabaniif kaadhimamtoota Mana Maree Magaala Siyaatiliif ykn Abukaatoo Magaalichaa ta'uuf dorgomuudhaa hirmaatan gargaaruuf kan fayyadaman $100 maqaa Voocharoota Diimokraasitiin (Democracy Vouchers) keenna jira.

Ga'aa ta'uuf, jiraataa Siyaatil ta'uu qabda, yoo xiqqaate waggaa 18 ta'uu, fi lammii Ameerikaa ykn Nama Biyya Ameerikaa, ykn jiraataa seera qabeessa dhaabbataa ("kan kaardii magaariisa qabu").

Yoo Sagalee kennuuf kan galmoofte taate, voocharoota kana argateetuu ta'a.

Voocharoota kee argachuu hin dandeenyee? Ykn Voochara Diimokraasii (Democracy Vouchers) kee Afaan biraatin barbaaddaa? Bakka-buutuu ykn voochara afaanota 15 argaman kana keessaa tokkoon gaafachuu dandeessa. 206-727-8855 irratti ardha nu qunnami. Gargaarsi afaanii ni jira.

Voochara kee eenyuuf kennuu dandeessa? Kaadhimamtoonni hirmaatan amma guutudhaan tarraawanii argamu. seattle.gov/democracyvoucher laali ykn (206) 727-8855 irratti bilbiliitii turjumaana afaan keetin gaafadhu.

7011701-Oromo

Public Affairs Topics

Filter by Keyword

Display:
Items per page
Display Format

Seattle Channel

Street Address
Seattle City Hall
600 4th Ave
Floor L1
Seattle, WA 98104
Mailing Address
Seattle Channel, City of Seattle
Seattle City Hall
PO Box 94727
Seattle, WA 98124-4727
Phone: 206-684-8821 (TV21)
contact@seattlechannel.org

Channel 21 on Comcast & Wave; HD Channel 321 on Comcast & 721 on Wave
Viewer Comment Line: 206-684-8821
Email: contact@seattlechannel.org